Difference between revisions 22202 and 22412 on omwiki[[File:Maeneo penye wasemaji wa Kiswahili.png|right|thumb|bakkotta bayyinani swahilin itti dubbatamu]] '''Swahili''' (akkasumas kan '''Kiswahili''' jedhamu) [[Afaan Bantu]] tti. Afaanii kunni afaan biyyotta [[Sahara]] n jalla jirranitti yeroo bayee dubbatama. Swahilin afaan [[Ummattaa Swahili]]kan fixee [[Gallana Ocean]]ii kabba [[Somalia]]fagatte hanga danga [[Mozambique]] fi [[Tanzania]] argamaniin dubbatama. Ergaa afaan adda [[Tanzania]] kufeen bodda, [[Kiswahili]]n akka afaan tokkoffatti ummattaa Tanzanian fudhatame, lakkofsii ummatta afaan [[Kiswahili]] akka Afaan tokkoffatti dubbatan hanga million 40 guddatte. Haa ta'u malee Kiswahilin ummatta hanga million 100 ta'aniin dubbatamma. Biyyotta kabba [[Africa]] tti fi [[Democratic Republic Of Congo]] tti Swahilin [[lingua franca]] ta'erra. Swahilin afaan Africa jirran kessa akka afaan hojjii [[African Union]] kan fayyadaman isaa qofaatti. Kiswahilin University gugguddo adunyaa kessatti ni barsifama, akkasumas stationotta akka [[BBC]], [[Voice of America]] fi [[Xinhua]] irratti ni dabarfama. '''Biyyotta itti dubbatamu''' Tanzania, Kenya, Uganda, Rwanda, Burundi, Congo (DRC), Somalia, Comoros Islands, Mozambique, Mayotte. '''Bayyina Dubbatotta''' Akka Afaan tokkofatti - 40 million Akka Afaan lammafatti - 100 million '''Kutaa Afaanii itti rammadamu''' Niger-Congo->Atlantic-Congo->Volta-Congo->Benue-Congo->Bantoid->Southern->Narrow Bantu->Central->G->Swahili Afaan tokkoffa Tanzania, Kenya, Uganda(2005 jalqabe)tti. * [http://www.kamusiproject.org Kamusi Project] Internet Living Swahili Dictionary {{Link FA|he}}⏎ ⏎ [[rue:Свагілі]] All content in the above text box is licensed under the Creative Commons Attribution-ShareAlike license Version 4 and was originally sourced from https://om.wikipedia.org/w/index.php?diff=prev&oldid=22412.
![]() ![]() This site is not affiliated with or endorsed in any way by the Wikimedia Foundation or any of its affiliates. In fact, we fucking despise them.
|