Difference between revisions 25128 and 25205 on omwiki{{Barreeffamoota sirreessuu barbaadan}} north shewa(shawaa kaabaa) gooddini tun goddinalee oromiyaa keessaa tookkoo yoo taatu kan ittiin hundarraa bekamtu kanneen armaan gadiini.1ffaa biyyaa gootaa 2ffaa atileetin 3ffaa shamarran barredanin 4ffaa nama jaalachuun yoo ta,u .mee isa tokkofaa yaa ilillu .biyya gootati .seenaa badhadaa dilgaasaa yaa illalu kan dhalate bara 1956 anaa yaayaa gullallee gandaa goda jabaa iddoo shakakkee jedhamuuti innis ficilaa wayyannee irraatti taassisuun beekama .bara 1990 guyyaa gaafaa tookkoo wayyanee 200 ajjessun dirqisifaannaa guddaaa ta,ee jira.dhifamaa seenaa isaa hedduu wannin hin beekiniif assumarrattan xumurraa. ammaa wa,ee anaa yaayy yaa ilaaluu .kan argamtu godinaa shawaa kaabaati. kaabaan anaa giraar jaarsoon kibbaan aanaa addaa ,aa bargaan dhihaan aanaa dagam bahan anaa sullultaan yoo taatuu gandoota heedduu qabdi.mee gaandaa ali dheeraa yaa illalluu.gandi alii dheeraa gandoota anaa tanaa keessaa tokko.gabaasaan haabtaamuu anbaassaa yuniiversitii wollo departementii seeraa irraa .lakkofsaa bilbilaa 0931229902 n bilbilaa irra calaati infomesion argachuufdelete}} All content in the above text box is licensed under the Creative Commons Attribution-ShareAlike license Version 4 and was originally sourced from https://om.wikipedia.org/w/index.php?diff=prev&oldid=25205.
![]() ![]() This site is not affiliated with or endorsed in any way by the Wikimedia Foundation or any of its affiliates. In fact, we fucking despise them.
|