Revision 22202 of "Swahili" on omwiki[[File:Maeneo penye wasemaji wa Kiswahili.png|right|thumb|bakkotta bayyinani swahilin itti dubbatamu]]
'''Swahili''' (akkasumas kan '''Kiswahili''' jedhamu) [[Afaan Bantu]] tti. Afaanii kunni afaan biyyotta [[Sahara]] n jalla jirranitti yeroo bayee dubbatama. Swahilin afaan [[Ummattaa Swahili]]kan fixee [[Gallana Ocean]]ii kabba [[Somalia]]fagatte hanga danga [[Mozambique]] fi [[Tanzania]] argamaniin dubbatama. Ergaa afaan adda [[Tanzania]] kufeen bodda, [[Kiswahili]]n akka afaan tokkoffatti ummattaa Tanzanian fudhatame, lakkofsii ummatta afaan [[Kiswahili]] akka Afaan tokkoffatti dubbatan hanga million 40 guddatte. Haa ta'u malee Kiswahilin ummatta hanga million 100 ta'aniin dubbatamma. Biyyotta kabba [[Africa]] tti fi [[Democratic Republic Of Congo]] tti Swahilin [[lingua franca]] ta'erra. Swahilin afaan Africa jirran kessa akka afaan hojjii [[African Union]] kan fayyadaman isaa qofaatti. Kiswahilin University gugguddo adunyaa kessatti ni barsifama, akkasumas stationotta akka [[BBC]], [[Voice of America]] fi [[Xinhua]] irratti ni dabarfama.
'''Biyyotta itti dubbatamu'''
Tanzania, Kenya, Uganda, Rwanda, Burundi, Congo (DRC), Somalia, Comoros Islands, Mozambique, Mayotte.
'''Bayyina Dubbatotta'''
Akka Afaan tokkofatti - 40 million
Akka Afaan lammafatti - 100 million
'''Kutaa Afaanii itti rammadamu'''
Niger-Congo->Atlantic-Congo->Volta-Congo->Benue-Congo->Bantoid->Southern->Narrow Bantu->Central->G->Swahili
Afaan tokkoffa Tanzania, Kenya, Uganda(2005 jalqabe)tti.
* [http://www.kamusiproject.org Kamusi Project] Internet Living Swahili Dictionary
{{Link FA|he}}
[[rue:Свагілі]]All content in the above text box is licensed under the Creative Commons Attribution-ShareAlike license Version 4 and was originally sourced from https://om.wikipedia.org/w/index.php?oldid=22202.
![]() ![]() This site is not affiliated with or endorsed in any way by the Wikimedia Foundation or any of its affiliates. In fact, we fucking despise them.
|