Revision 25112 of "Abbaa" on omwiki

{{Barreeffamoota sirreessuu barbaadan}}
Abbaan Duulaa  Minaasee Walda Giyoorgiis gamtokkoon makaa saba Oromoo kan qabuufi gambiroon immoo saba Tigree irraaa kan dhalatedha. Haata'u malee inni ani Oromoo qulqulluu dha ofiin jedha.  Wanni nuy beeknu garuu, Oromiyaatti dhalachuu isaati.